Golgagolgaan golgame

Golgagolgaan golgame Jireenya abdii jiraachuu qafa Rabbiin

24/06/2024

Dhugaan Kan Rabbiiti Malee Kan Namaati Miti. Dhugaan ilma namaatifi kijiba namaatin ni awwaalama.
Kan Rabbii Garuu .....

16/04/2023

8===>SANBATEE JIILLEE> mal godhanii..
maskaramii Qnxabxab
Godhanii itti jechuun
xalabatu jumlamaan
ilmaa immayyeedhaa.

16/04/2023

=›› ,,,««==
«««««««=======»»»»»»»»»»

WALLOON WALI. Wallo utubaa Nageenya Biyyaati.
Walloo keessaa
UTUBAA NAGEENYA BIYYAATI FI FARRA DIINA BIYYA KEESSA JIRANIITIIF DAWAADHA.

07/08/2022

===>>Kun Raajidha...
sammuutin osoo waan gaarii yaadaa...
immoo kan sammuun yaadne dubbanna.
garuu kan yaada sammuu keenyaa yaadne fi arraba keenyan dubbannu ,...
Dubbannu golga yaada sammuu dhugaa golgam san....
golgaan golgame goone Awwaalla sammuu keessatti. Kana jechuun koos...
waan gaari dubbachaa ,dhugaa dubachaa gochaan immoo y/sammuu keessatti dharaanifi shiran golgame san hojiin agarsiifna jechuudha.
Kun maaf taha.
Dhugaa arrabaan dubbane maaf gochaan hin hojannemee.?

Address

Wallo
Adama
NUUFJIRAADHU..

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Golgagolgaan golgame posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Golgagolgaan golgame:

Share

Category