Dicoe

Dicoe Abudicor3 and painting

tiktok.com/
23/11/2025

tiktok.com/

Waamicha Lubbuu tokko baraaruu…Obboleettiin kun maqaan ishee 𝐌𝐞𝐞𝐭𝐒𝐒 π“πšπ€π’π₯𝐞𝐞 jedhamti, kan isheen dhalattee guddatte G/W/...
22/07/2025

Waamicha Lubbuu tokko baraaruu…
Obboleettiin kun maqaan ishee 𝐌𝐞𝐞𝐭𝐒𝐒 π“πšπ€π’π₯𝐞𝐞 jedhamti, kan isheen dhalattee guddatte G/W/Lixaa Magaalaa Gimbiitti yemmuu ta’u, umuriin ishee 20.

Meetiin, Yuunivarsiitii Ambootti barachaa turte, haaluma kanaan utuu jirtuu dhukkuba hin yaadamneen qabamuun yeroo ammaa kana Kaleen ishee lamaan hojii dhaabee jira, Hatatammaan ji’a lama gidduutti immoo yaala argachuu akka qabdu itti himamee, yaala kana argachuudhaaf immoo qarshii Miliyoona 3 waan gaafatamaniif, qarshiin kun humna maatii ishee olii, namoonni biyya keessaaf ala jirtan, obboloonni hundumtuu hanga isiniif danda’aame gargaarsa gochuun lubbuu obboleettii keenyaa ha baraarru.

Karaa Lakkoobsa Herregaa Obboleettii ishee CBE
πŸπŸŽπŸŽπŸŽπŸ‘πŸ–πŸπŸ”πŸ•πŸ’πŸŽπŸ“πŸ•
π‹πšπ₯𝐒𝐬𝐞 π“π¬πšπ πšπ²πž

Kan dhuunfaa ishee
π€π°πšπ¬π‘ : πŸŽπŸπŸ‘πŸ‘πŸ“πŸπŸ‘πŸ—πŸ“πŸ’πŸ•πŸπŸπŸŽπŸŽ
𝐌𝐞𝐭𝐒 π“πšπ€π’π₯𝐞 kan jedhuun
deggeruu ni dandeessu.

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML πŸŒˆπŸŒ„πŸŒ΄Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨  bratherse
23/06/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML πŸŒˆπŸŒ„πŸŒ΄
Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨
bratherse

21/06/2025

Maalldhaa gaaruu dhuugaamaadhaa .kuunn cheerokoo .uuuuuuuuu oroomoo....Baayeemmaan gaadddaa.
11/03/2025

Maalldhaa gaaruu dhuugaamaadhaa .kuunn cheerokoo .uuuuuuuuu oroomoo....

Baayeemmaan gaadddaa.

Address

Nekemte
Arjo
GUUDATUARJOO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dicoe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dicoe:

Share

Category