12/09/2025
namichi chaarlii kirik ajjeesuun shakkame maqaansaa Taayilaar roobinsaan kan ganna22 ta'uu FBnibse odeeffannoo guutuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa
Nama Chaarlii Kirkiitti dhukaasuun shakkamee barbaadamaa ture amma t'atame maqaansaa Taayilar Roobnsanii akka jedhamuufi daraaggeessa umuriinsaa waggaa 22 ta'uu FBI ibsa har'a kenneen beeksiiseera.