Aadaa Oromoo walaabuu

Aadaa Oromoo walaabuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Aadaa Oromoo walaabuu, Antiques shop, Biyyaa Oromoo, `Alem Gena.

Galata Waaqa Uuma Tokkichaa Maqaa dhibbaa. Irreechaa barana nagaan Ofkaleerra.
11/10/2023

Galata Waaqa Uuma Tokkichaa Maqaa dhibbaa. Irreechaa barana nagaan Ofkaleerra.

25/09/2023

Qophii Irreechaaf
Mana Aadaa Walaabuu.

21/08/2023

BAGA JALABULTTII AYYAANAA GUBA /IFAANNOO NAGAAN GEESSAAN.
Kabajjamtoota Maamiiltoota fi jaalattoota Aadaa Oromoo Walaabuu.
bakkaa hojii jijjiiree Jirraa.
Magalaa Sabbataa Gamoo Oftaana / G/G gabaa Ofaanatii nu argattuu.
waan aadaa Oromoo Walaabuu keessaa argachuuf/ bitachuuf feetaan hundaa isiniif dhiheesinaa.
Bil: 0920238514 /0911764931.
Barrii bara nagaaf walabaa nuuf yaa ta'u.

21/08/2023

Akkaa seera Innootii,
Waantoti cufti akkatti dhufan qaban. Akkaa jalqaba itti naqamaniif sirneeffamanitti safuu saanii eeganii qajeelfamuu qaban.
Maddi waa hundaa seera INNOOTII.

16/08/2023

Seerota Yayyaboo Walaabuu shanan kanaan walbaraa.

Seera Innoo
Seera Irroo
Seera Tajoo
Seera Latoo
Seera Faanoo.

03/04/2023

Kabajjamtoota Maamiiltoota Mana Aadaa Oromoo Walaabuu.
Sabaaba addaa addaatin bakkaa hojii hangaa haraatii turree waan hin jirreef hangaa iddoo keenyaa isiniif ibsinuuttii karaa tooraa bilibillaa armaan gadii nuf bilibillaa waan aadaa Oromoo Walaabuu keessaa argachuuf/ bitachuuf feetaan hundaa isiniif dhiheesinaa.
Bil: 0920238514 /0911764931.
Waan nuf bilibiiltaaniif galatooma.

12/03/2023

Address

Biyyaa Oromoo
`Alem Gena

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Aadaa Oromoo walaabuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Aadaa Oromoo walaabuu:

Share

Category